Feesbuukii

Feesbuukin i facebook.com marsariitii Meta Platforms Inc. tiin qabamee fi kan hojjetamudha. marsaaritiin kun hojii namoota namoota beekan waliin wal qunnamsiisuu qaba. Fulbaana 4 , 2004 baname. ta'ee jira. Hanga bara 2006tti Odeeffannoo jiru irratti hundaa’uun namni umuriin isaa waggaa 13 ol ta’ee fi teessoo imeelii qabu kamiyyuu galmaa’uu ni danda’a. Facebook dhaabbata miidiyaa hawaasaa nama Ameerikaa Mark Zuckerberg jedhamu uumedha . Yeroo ammaa ummanni itti fayyadamaa jira. Facebook http://www.facebook.com/ Namoonni garaa garaa maqaa filataniin waan fedhan raawwatu. Facebook, dhaabbileen adda addaa page moggaafame bananii oduu isaanii maxxansu.


From Wikipedia, the free encyclopedia · View on Wikipedia

Developed by Tubidy