Sidaamoo

Sidaamoon saba Naannoo Sidaamaa Itoophiyaa keessa baay'inaan argamanii fi abbaa biyyaa ta'aniidha. Ummatni Sidaamoo baay'inni isaani Miliyoona 4 kan ta'u baay'ina ummataan Itoophiyaa keessa sadarkaa shanaffaadha.


From Wikipedia, the free encyclopedia · View on Wikipedia

Developed by Tubidy